Daarkiteerri dhaabbata mirga namaa hordofu, Hiyumaan Raayit Wochii kan taate Lesilee Lafkaw akka dubbattetti “humnoonni nageenyaa Itiyoophiyaa, lubbuu namaaf tufii guddaa argisiisun, baratoota, qonnaan bultoota fi mormitoota nagayaa irratti dhukaasun ajjeesanii jiru.Mootummaan hatattamaan namoota badii tokko malee hidhaman gadi yaa dhiisu, miidha gahe ilaalchisee qorannoo bilisaafi amanamaa ta’e yaa dhiheesu, humnoota nageenyaa tarkaanfii kana fudhatan seeratti yaa dhiheesu.

Source: Itiyoophiyaa: Tarkaanfiin humnaa mormii ukkaamsuf fudhatame namoota dhibbaatamaan lakkaawwaman ajjeesise

Advertisements