FOR BETTER OROMIA

BAGA JIRAATTANI

 

13412052_1323395007688334_7357628955026719546_oQottanii hortanii waliitti hirkattanii
Loltanii mootanii waliin imaltanii
Kallattii hundumaan walitti hidhattanii
Jaalalaaf kabajaan mana ijaartanii
Asiin na geessanii ana ilaaltanii
Harmeekoof abbaakoo baga jirattanii!

By Dr Gurmeessaa

 

 

Advertisements
%d bloggers like this: