FOR BETTER OROMIA

  DEEMSA

“Laftin ani qote, callaa kennuu hin dhiifne,

Callaan qotee galche, maatii wal hin geenye

Weessoon ani raase, dhadhaa bahuu hin dhiifne

Dhadhaa ani baase, dibata hunda hin taane

Lammiin agabaahee, kaanis daalachaa’ee

Ani jooruu hin dhiifnee, takkaa gad hin teenye

Kaayyoon koo hin dhugoomne, bakka garaa hin geenye

Ammas fagoon deema, qalbiin kiyya hin teenye

Adaraa yaa du’aa, naannoo koo akka hin geenye!!”

Dhaabasaa Waaqjiraa  (25.04.2015)

                 Kanneen Yaman, Liibiyaa fi Afrikaa Kibbaatti dhuman haa yaadatu!

Leave a comment