FOR BETTER OROMIA

Waa’ee Mirgaa

Fuulli kun, fuula waa’een dhimma mirga namoomaa irratti gabaafamuudha. Nuti waa’ee dhimma mirga namoomaa guddifne  waan irratti xiyeeffannuuf qabna. Mirgi saba keenyaa akak malee dhiitamaa fi sarbamaa waan jiruuf, rakkoon kun akka hiikamuu fi fala argatuuf irratti hojjanna.